-
Uumama 25:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Achiis inni jalqaba dhalate akka uffata rifeensa irraa tolfameetti guutummaan qaama isaa diimaa ture;+ kanaafuu, isaan maqaa isaa Esaawu*+ jedhanii moggaasan. 26 Sana booda, obboleessi isaa harka isaatiin koomee Esaawu qabatee dhalate;+ kanaafuu, inni maqaa isaa Yaaqoob*+ jedhee moggaase. Ishiin yommuu isaan deessetti Yisihaaq umuriin isaa waggaa 60 ture.
-