Faarfannaa 11:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yihowaan mana qulqullummaa isaa isa qulqulluu keessa jira.+ Teessoon Yihowaa samiiwwan keessa jira.+ Ijji isaa ni ilaala; ijji isaa inni dammaqinaan argus* ilmaan namootaa ni qora.+
4 Yihowaan mana qulqullummaa isaa isa qulqulluu keessa jira.+ Teessoon Yihowaa samiiwwan keessa jira.+ Ijji isaa ni ilaala; ijji isaa inni dammaqinaan argus* ilmaan namootaa ni qora.+