-
Luqaas 5:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 ilmaan Zabdewos Yaaqoobii fi Yohaannis+ warri Simoonii wajjin hojjetanis akkasuma ni dinqisiifatan. Yesuus garuu Simooniin, “Hin sodaatin. Ammaa jalqabee namoota lubbuudhaan jiran kan qabdu taata”+ jedhe. 11 Kanaafuu, bidiruuwwan sana gara qarqaraatti erga baasanii booda, wanta hunda dhiisanii isa duukaa buʼan.+
-