-
Hojii Ergamootaa 13:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Phaawulosii fi hiriyoonni isaa Phaafoosii kaʼanii dooniidhaan Phergee ishii Phamfiliyaatti argamtu gaʼan. Yohaannis+ garuu isaan dhiisee Yerusaalemitti deebiʼe.+ 14 Isaan immoo Phergeedhaa kaʼanii gara Anxokiyaa ishii Phisdiyaatti argamtuu dhufan. Achiis guyyaa Sanbataatti gara mana sagadaa seenanii+ taaʼan.
-