Roomaa 12:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Hamma isiniif dandaʼametti karaa keessan namoota hundumaa wajjin nagaadhaan jiraadhaa.+ Ibroota 12:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Namoota hundumaa wajjin nagaadhaan jiraachuuf carraaqaa;+ qulqullummaa malee namni kam iyyuu Gooftaa arguu waan hin dandeenyeef qulqullummaa hordofaa.+ Yaaqoob 3:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kana malees, warra nagaa uumaniif,*+ firiin qajeelinaa haala naga qabeessa taʼe+ keessatti facaafama.
14 Namoota hundumaa wajjin nagaadhaan jiraachuuf carraaqaa;+ qulqullummaa malee namni kam iyyuu Gooftaa arguu waan hin dandeenyeef qulqullummaa hordofaa.+
18 Kana malees, warra nagaa uumaniif,*+ firiin qajeelinaa haala naga qabeessa taʼe+ keessatti facaafama.