Yohaannis 15:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Firii hedduu godhachuu keessan yoo itti fuftanii fi barattoota koo taʼuu keessan yoo argisiistan, Abbaan koo kanaan ulfina ni argata.+ 1 Pheexiros 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Isin garuu isa dukkana keessaa gara ifa isaa isa dinqisiisaa taʼetti isin waame sanaaf,+ “ulfina isaa* balʼinaan akka labsitaniif,+ saba filatamaa, luboota mootota taʼan, saba qulqulluu,+ saba Waaqayyo qabeenya addaa godhachuuf fudhate”+ dha. 1 Pheexiros 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Namoota addunyaa gidduutti amala gaarii qabaadhaa;+ kunis isaan akka isin dogoggora hojjettan godhanii yommuu isin himatan, hojii keessan isa gaarii+ arganii guyyaa Waaqayyo qoruudhaaf dhufutti ulfina akka isaaf kennaniifi.
8 Firii hedduu godhachuu keessan yoo itti fuftanii fi barattoota koo taʼuu keessan yoo argisiistan, Abbaan koo kanaan ulfina ni argata.+
9 Isin garuu isa dukkana keessaa gara ifa isaa isa dinqisiisaa taʼetti isin waame sanaaf,+ “ulfina isaa* balʼinaan akka labsitaniif,+ saba filatamaa, luboota mootota taʼan, saba qulqulluu,+ saba Waaqayyo qabeenya addaa godhachuuf fudhate”+ dha.
12 Namoota addunyaa gidduutti amala gaarii qabaadhaa;+ kunis isaan akka isin dogoggora hojjettan godhanii yommuu isin himatan, hojii keessan isa gaarii+ arganii guyyaa Waaqayyo qoruudhaaf dhufutti ulfina akka isaaf kennaniifi.