2 Isaan utuma Yihowaa tajaajilaa fi soomaa jiranii hafuurri qulqulluun, “Barnaabaasii fi Saaʼoliin adda naaf baasaa;+ ani hojii tokko akka naaf hojjetan isaan filadheera” jedhe.+ 3 Achiis isaan erga soomanii fi erga kadhatanii booda, harka isaanii isaan irra kaaʼanii isaan ergan.