Maarqos 4:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Itti fufees akkana isaaniin jedhe: “Wanta dhagaʼaa jirtaniif xiyyeeffannaa kennaa.+ Safartuu ittiin safartanitti isiniif safarama; caalaattis isiniif ni dabalama. Luqaas 6:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Kennaa, namoonnis isiniif ni kennu.+ Isaan safartuu gaarii gad dhiibamee, sochoofamee irraa dhangalaʼuun safaranii kaasuu* keessanitti isiniif kennu. Sababiin isaas, safartuu isin itti safartanitti isaanis deebisanii isiniif safaru.” Galaatiyaa 6:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Hin dogoggorinaa: Waaqayyo kan itti qoosamu miti. Namni waanuma facaase sana haammata;+
24 Itti fufees akkana isaaniin jedhe: “Wanta dhagaʼaa jirtaniif xiyyeeffannaa kennaa.+ Safartuu ittiin safartanitti isiniif safarama; caalaattis isiniif ni dabalama.
38 Kennaa, namoonnis isiniif ni kennu.+ Isaan safartuu gaarii gad dhiibamee, sochoofamee irraa dhangalaʼuun safaranii kaasuu* keessanitti isiniif kennu. Sababiin isaas, safartuu isin itti safartanitti isaanis deebisanii isiniif safaru.”