Maatewos 26:47 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 47 Utuma inni dubbachaa jiruus, kunoo, Yihudaan inni warra Kudha Lamaan keessaa tokko taʼe ni dhufe; namoonni dura buutota lubootaa fi maanguddoota sabichaa biraa ergaman hedduun goraadee fi ulee qabatanii isaa wajjin turan.+ Yohaannis 13:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ani waaʼee hunda keessanii dubbachaa hin jiru; ani warran filadhe beeka. Kun kan taʼe garuu, wanti Kitaabonni Qulqulluun, ‘Inni nyaata koo nyaachaa ture koomee isaa ana irratti kaaseera’*+ jedhanii dubbatan akka raawwatamuufi.+
47 Utuma inni dubbachaa jiruus, kunoo, Yihudaan inni warra Kudha Lamaan keessaa tokko taʼe ni dhufe; namoonni dura buutota lubootaa fi maanguddoota sabichaa biraa ergaman hedduun goraadee fi ulee qabatanii isaa wajjin turan.+
18 Ani waaʼee hunda keessanii dubbachaa hin jiru; ani warran filadhe beeka. Kun kan taʼe garuu, wanti Kitaabonni Qulqulluun, ‘Inni nyaata koo nyaachaa ture koomee isaa ana irratti kaaseera’*+ jedhanii dubbatan akka raawwatamuufi.+