39 Isaanis, “Eeyyee, ni dandeenya” isaan jedhan. Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “Xoofoo ani dhugu ni dhugdu, cuuphaa ani cuuphamaa jirus ni cuuphamtu.+ 40 Karaa mirga koo yookiin karaa bitaa koo taaʼuun garuu, warra isaaniif qophaaʼeef kan kennamu dha malee wanta ani kennu miti.”