-
Maarqos 12:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Yeroo kanatti fakkeenyicha kan dubbate isaaniin yaadatti qabatee akka taʼe waan hubataniif, isa qabuu barbaadanii kan turan taʼus namoota sana sodaatan. Kanaafuu, isa dhiisanii deeman.+
-
-
Luqaas 20:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Yeroo kanatti barsiisonni seeraa fi dura buutonni lubootaa fakkeenya kana kan dubbate isaaniin yaadatti qabatee akka taʼe waan hubataniif, yeruma sana isa qabuu barbaadan; taʼus, namoota sana sodaatan.+
-