-
Miilkiyaas 2:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Lubichi yeroo hundumaa afaan isaa irraa beekumsa qabaachuu qaba; namoonnis seera* afaan isaa keessaa baʼu barbaaduu qabu;+ sababiin isaas, inni ergamaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.
8 “Isin garuu daandicha irraa jalʼattaniittu. Seerichaa wajjin haala wal qabateen* namoota hedduu gufachiistaniittu.+ Isin kakuu Leewwii balleessitaniittu”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.
-