Maatewos 13:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 sana booda iddoo ibiddaa keessatti+ isaan gatu. Achittis ni booʼu, ilkaan isaaniis ni qaru.