-
Zakkaariyaas 11:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achiis, “Gaarii fakkaatee yoo isinitti mulʼate mindaa koo naaf kennaa; taʼuu baannaan immoo itti dhiisaa” isaaniin nan jedhe. Isaanis mindaa koo, meetii sheeqilii* 30 naaf kaffalan.*+
13 Achiis Yihowaan, “Gatii guddaa isaan ittiin na shallagan sana fuudhiitii mana qabeenyaa keessatti darbadhu”+ naan jedhe. Kanaafuu, meetii sheeqilii 30 sana fuudheen mana qabeenyaa mana Yihowaa keessatti darbadhe.+
-