-
Luqaas 4:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Sana booda Yesuus humna hafuuraatiin gara Galiilaatti deebiʼe.+ Oduu gaggaariin waaʼee isaa dubbatamus biyya naannoo sana jiru hundumaa keessatti ni babalʼate.
-