-
Maatewos 28:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Isaanis maanguddootaa wajjin walitti qabamanii erga mariʼatanii booda, loltoota sanaaf saantima meetii hedduu kennanii 13 akkana isaaniin jedhan: “‘Barattoonni isaa halkan dhufanii utuu nuti rafaa jirruu reeffa isaa hatan’ jedhaa.+
-