Maarqos 16:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Innis akkana isaaniin jedhe: “Hin naʼinaa.+ Isin Yesuus nama Naazireet isa muka irratti fannifamee ture sana barbaadaa jirtu. Inni duʼaa kaafameera.+ Amma as hin jiru. Kunoo, bakka isaan reeffa isaa kaaʼanii turan ilaalaa.+
6 Innis akkana isaaniin jedhe: “Hin naʼinaa.+ Isin Yesuus nama Naazireet isa muka irratti fannifamee ture sana barbaadaa jirtu. Inni duʼaa kaafameera.+ Amma as hin jiru. Kunoo, bakka isaan reeffa isaa kaaʼanii turan ilaalaa.+