Maatewos 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ati garuu yeroo kadhattu, gara kutaa kee seeni; balbala kee cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu.+ Abbaan kee inni dhoksaatti ilaalus gatii kee siif ni deebisa. Maatewos 14:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Namoota sana erga geggeessee boodas kadhachuudhaaf+ kophaa isaa gaara tokkotti ol baʼe. Yommuu dhihus kophaa isaa achuma ture. Maarqos 1:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Ganama barii utuma lafti hin ifin kaʼee gad baʼuudhaan bakka namni hin jirre dhaqee achitti kadhachuu jalqabe.+ Luqaas 6:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yeroo sanatti Yesuus kadhannaa dhiheessuuf gara gaaraatti ol baʼee,+ halkan guutuu gara Waaqayyootti kadhannaa dhiheessaa bule.+
6 Ati garuu yeroo kadhattu, gara kutaa kee seeni; balbala kee cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu.+ Abbaan kee inni dhoksaatti ilaalus gatii kee siif ni deebisa.
23 Namoota sana erga geggeessee boodas kadhachuudhaaf+ kophaa isaa gaara tokkotti ol baʼe. Yommuu dhihus kophaa isaa achuma ture.
35 Ganama barii utuma lafti hin ifin kaʼee gad baʼuudhaan bakka namni hin jirre dhaqee achitti kadhachuu jalqabe.+
12 Yeroo sanatti Yesuus kadhannaa dhiheessuuf gara gaaraatti ol baʼee,+ halkan guutuu gara Waaqayyootti kadhannaa dhiheessaa bule.+