Faarfannaa 86:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yaa Yihowaa, ati gaarii dha,+ dhiifama gochuufis qophaaʼaa dha;+Warra si waammatan hundumaatti jaalala amanamaa hedduu ni argisiista.+ Maatewos 19:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yesuusis, “Waaʼee wanta gaarii maaliif na gaafatta? Gaarii kan taʼe tokko qofa dha.+ Ati garuu jireenya argachuu yoo barbaadde yeroo hundumaa ajajawwan Waaqayyoo eegi”+ isaan jedhe. Luqaas 18:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Maaliif gaarii jettee na waamta? Waaqa tokkicha malee gaariin hin jiru.+
5 Yaa Yihowaa, ati gaarii dha,+ dhiifama gochuufis qophaaʼaa dha;+Warra si waammatan hundumaatti jaalala amanamaa hedduu ni argisiista.+
17 Yesuusis, “Waaʼee wanta gaarii maaliif na gaafatta? Gaarii kan taʼe tokko qofa dha.+ Ati garuu jireenya argachuu yoo barbaadde yeroo hundumaa ajajawwan Waaqayyoo eegi”+ isaan jedhe.
19 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Maaliif gaarii jettee na waamta? Waaqa tokkicha malee gaariin hin jiru.+