12 Yeroo kan biraa immoo, Yesuus magaalota sana keessaa isa tokko keessa yommuu turetti, namni guutummaan qaama isaa dhukkuba nadaayiitiin qabame tokko isa argee lafatti gombifamee, “Yaa Gooftaa, yoo fedhii kee taʼe na fayyisuu dandeessa”+ jedhee isa kadhate.