-
Maatewos 3:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Yeroo sanatti namoonni Yerusaalem, guutummaa Yihudaa fi biyyoota naannoo Yordaanos jiran hundumaa keessaa gara isaa ni dhufu turan;+
-
-
Maatewos 14:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Kanaafuu, Heroodis isa ajjeesuu kan barbaadu taʼus, namoonni Yohaannisiin akka raajiitti+ waan ilaalaniif isaan sodaate.
-
-
Maarqos 6:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Sababiin isaas, Heroodis, Yohaannis nama qajeelaa fi qulqulluu taʼuu isaa waan beekuuf+ isa sodaata, akkasumas eegumsa isaaf godha ture. Inni wanta Yohaannis jedhu erga dhagaʼee booda, maal akka godhu kan hin beekne taʼus, gammachuudhaan isa dhaggeeffata ture.
-