Roomaa 13:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Hundumaaf wanta isaaf malu, jechuunis isa qaraxa gaafatuuf qaraxa,+ isa gibira gaafatuuf gibira kennaa, isa sodaatamuu barbaadu sodaadhaa,+ isa ulfina barbaaduuf ulfina kennaa.+ Tiitoo 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Mootummootaa fi abbootii taayitaatiif+ akka bitamanii fi akka ajajaman, akkasumas hojii gaarii hundumaatiif kan qophaaʼan akka taʼan isaan yaadachiisuu kee itti fufi; 1 Pheexiros 2:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Gooftaadhaaf jedhaatii aangoo* namoonni hundeessan hundaaf bitamaa;+ inni iddoo ol aanaa waan qabuuf mootiidhaaf bitamaa;+
7 Hundumaaf wanta isaaf malu, jechuunis isa qaraxa gaafatuuf qaraxa,+ isa gibira gaafatuuf gibira kennaa, isa sodaatamuu barbaadu sodaadhaa,+ isa ulfina barbaaduuf ulfina kennaa.+
3 Mootummootaa fi abbootii taayitaatiif+ akka bitamanii fi akka ajajaman, akkasumas hojii gaarii hundumaatiif kan qophaaʼan akka taʼan isaan yaadachiisuu kee itti fufi;
13 Gooftaadhaaf jedhaatii aangoo* namoonni hundeessan hundaaf bitamaa;+ inni iddoo ol aanaa waan qabuuf mootiidhaaf bitamaa;+