Hojii Ergamootaa 23:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sababiin isaas, Saduuqonni duʼaa kaʼuun, maleekaan, akkasumas uumamni hafuuraa hin jiru kan jedhan yeroo taʼu, Fariisonni garuu kana hundatti ni amanu* turan.+
8 Sababiin isaas, Saduuqonni duʼaa kaʼuun, maleekaan, akkasumas uumamni hafuuraa hin jiru kan jedhan yeroo taʼu, Fariisonni garuu kana hundatti ni amanu* turan.+