Keessa Deebii 6:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Atis Waaqa kee Yihowaa garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan,+ humna* kee guutuudhaanis jaalladhu.+ 1 Saamuʼel 15:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yeroo kanatti Saamuʼel akkana isaan jedhe: “Yihowaan hamma dubbii Yihowaatiif ajajamuutti gammadu, aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan kan biraatti ni gammadaa?+ Ilaa, ajajamuun aarsaa irra,+ xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffachuunis cooma+ korbeessa hoolaa irra ni caala; Hoseʼaa 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Sababiin isaas, ani aarsaatti utuu hin taʼin, jaalala amanamaattan* gammada,Aarsaa guutummaatti gubamu mannaa beekumsa Waaqayyoottan gammada.+
5 Atis Waaqa kee Yihowaa garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan,+ humna* kee guutuudhaanis jaalladhu.+
22 Yeroo kanatti Saamuʼel akkana isaan jedhe: “Yihowaan hamma dubbii Yihowaatiif ajajamuutti gammadu, aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan kan biraatti ni gammadaa?+ Ilaa, ajajamuun aarsaa irra,+ xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffachuunis cooma+ korbeessa hoolaa irra ni caala;
6 Sababiin isaas, ani aarsaatti utuu hin taʼin, jaalala amanamaattan* gammada,Aarsaa guutummaatti gubamu mannaa beekumsa Waaqayyoottan gammada.+