12 “Wantoonni kun hundi taʼuu isaanii dura garuu, namoonni isin qabu, isin ariʼatu,+ akkasumas manneen sagadaa fi manneen hidhaatti dabarsanii isin kennu. Maqaa kootiif jettaniis moototaa fi bulchitoota duratti ni dhiheeffamtu.+ 13 Kunis akka dhugaa baatan carraa isiniif bana.