-
Hojii Ergamootaa 4:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yeroo kanatti Pheexiros hafuura qulqulluudhaan guutamee+ akkana isaaniin jedhe:
“Yaa bulchitootaa fi maanguddoota sabaa,
-
-
Hojii Ergamootaa 6:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Haa taʼu malee, namoonni garee Mana Sagadaa Namoota Bilisoomanii jedhamu irraa dhufan tokko tokko, namoota Qareenaa, Iskindiriyaa, Kiilqiyaa fi Eeshiyaadhaa dhufan tokko tokkoo wajjin taʼuudhaan Isxifaanosiin falmuu jalqaban. 10 Taʼus, isaan ogummaa fi hafuura inni ittiin dubbatu falmuu hin dandeenye.+
-