Ermiyaas 31:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyoonni ani mana Israaʼelii fi mana Yihudaa wajjin kakuu haaraa itti galu ni dhufu.+ Ibroota 7:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Akka kanaan Yesuus kakuu isa caalu+ sanaaf wabii taʼeera.* Ibroota 9:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Inni kakuu haaraadhaaf araarsaa kan taʼe kanaafi;+ kana kan godhes warri waamaman dhaala bara baraa isa waadaa galame sana akka argataniif,+ balleessaa kakuu isa duraa sana jalatti raawwataniif karaa duʼa isaa furichaan bilisa isaan baasuufi.+
31 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyoonni ani mana Israaʼelii fi mana Yihudaa wajjin kakuu haaraa itti galu ni dhufu.+
15 Inni kakuu haaraadhaaf araarsaa kan taʼe kanaafi;+ kana kan godhes warri waamaman dhaala bara baraa isa waadaa galame sana akka argataniif,+ balleessaa kakuu isa duraa sana jalatti raawwataniif karaa duʼa isaa furichaan bilisa isaan baasuufi.+