Maatewos 26:51 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 51 Warra Yesuusii wajjin turan keessaa tokko garuu goraadee isaa luqqifatee gurra garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+ Luqaas 22:50 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 50 Isaan keessaa tokko gurra mirgaa garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+ Yohaannis 18:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis Simoon Pheexiros inni goraadee qabatee ture goraadee isaa luqqifatee gurra mirgaa garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+ Maqaan garbicha sanaa Maalkos jedhama ture.
51 Warra Yesuusii wajjin turan keessaa tokko garuu goraadee isaa luqqifatee gurra garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+
10 Achiis Simoon Pheexiros inni goraadee qabatee ture goraadee isaa luqqifatee gurra mirgaa garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+ Maqaan garbicha sanaa Maalkos jedhama ture.