-
Maatewos 27:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 qoree irraa gonfoo dhaʼanii mataa isaa irra kaaʼan; harka isaa mirgaatiinis ulee shomboqqoo isa qabsiisan. Isa duratti jilbeenfataniis, “Yaa Mootii Yihudootaa, nagaan siif haa taʼu!” jedhanii itti qoosan.
-
-
Maatewos 27:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Mataa isaatii olittis barreeffama himata isa irratti dhihaate ibsuu fi “Kun Yesuus Mootii Yihudootaa ti”+ jedhu maxxansan.
-
-
Luqaas 23:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Mataa isaatii olittis barreeffamni, “Kun Mootii Yihudootaa ti”+ jedhu jira ture.
-