-
Maatewos 21:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Sababiin isaas, Yohaannis daandii qajeelummaa isinitti argisiisuuf dhufe; isin garuu isatti hin amanne. Haa taʼu malee, warri qaraxa sassaabanii fi sagaagaltoonni isatti amananiiru;+ isin garuu, kanuma ilaaltanii illee gaabbitanii isatti hin amanne.
-
-
Luqaas 7:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 (Namoonni sun hundii fi warri qaraxa sassaaban yommuu kana dhagaʼan Waaqayyo qajeelaa taʼuu isaa dubbatan; sababiin isaas, isaan cuuphaa Yohaannisiin cuuphamanii turan.+
-