Uumama 11:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Seenaan Seem+ kana dha. Seem Bishaan Badiisaa gaʼee waggaa lama booda yeroo Arfaaksaadiin+ dhalchetti umuriin isaa waggaa 100 ture.
10 Seenaan Seem+ kana dha. Seem Bishaan Badiisaa gaʼee waggaa lama booda yeroo Arfaaksaadiin+ dhalchetti umuriin isaa waggaa 100 ture.