Luqaas 8:52 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 Yeroo kanatti, namoonni sun hundi ishiidhaaf booʼaa gaddaan qoma isaanii rurrukutu turan. Kanaafuu inni, “Hin booʼinaa,+ intalattiin rafaa jirti+ malee hin duune” jedhe. Yohaannis 11:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Yesuus ishiinii fi Yihudoonni ishii wajjin dhufan booʼuu isaanii yommuu argu, keessa isaatii* baayʼee gadde, ni jeeqames.
52 Yeroo kanatti, namoonni sun hundi ishiidhaaf booʼaa gaddaan qoma isaanii rurrukutu turan. Kanaafuu inni, “Hin booʼinaa,+ intalattiin rafaa jirti+ malee hin duune” jedhe.
33 Yesuus ishiinii fi Yihudoonni ishii wajjin dhufan booʼuu isaanii yommuu argu, keessa isaatii* baayʼee gadde, ni jeeqames.