-
Maarqos 9:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Kanaafuu, mucicha isatti fidan; hafuurichi garuu akkuma isa argeen mucicha kuffisee dhidhiittachiise. Mucichis lafa irratti erga kufee booda, hoomacha afaanii baasaa gangalate. 21 Achiis Yesuus, “Erga akkas taʼuu jalqabee hammam taʼeera?” jedhee abbaa mucichaa gaafate. Innis akkana jedhe: “Ijoollummaa isaatii jalqabee ti;
-