-
Keessa Deebii 14:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Booyyeen kotteen isaa baqaqaa taʼus alala waan hin guurreef nyaatamuu hin qabu. Inni isiniif xuraaʼaa dha. Foon isaanii hin nyaatinaa yookiin raqa isaanii hin tuqinaa.
-