3 Eeyyee, atis inni amanamummaadhaan anaa wajjin hojjettu, dubartoota kana gargaaruu kee akka itti fuftu sin gaafadha. Isaan Qaleeminxoosii fi warra kaanii wajjin misiraachichaaf anaa wajjin carraaqaniiru; maqaan hunda isaanii kitaaba jireenyaa keessatti barreeffameera.+