LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Pheexiros 1:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Raajonni gaarummaa guddaa isiniif kennamu ilaalchisee raajii dubbatan, waaʼee fayyina kanaa cimsanii gaafachaa fi of eeggannoodhaan qorachaa turan.+ 11 Isaan hafuurri isaan keessa jiru dhiphina hedduu Kiristoos irra gaʼuu fi ulfina sana booda dhufu dursee yommuu dhugaa baʼu,+ waaʼee yeroo isa kamii yookiin waaʼee waqtii akkamii akka argisiisu beekuuf qorannaa gochaa turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2026 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi