-
1 Mootota 9:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 biyya ani isaaniif kenne irraa Israaʼeliin nan balleessa;+ mana ani maqaa kootiif qulqulleesse kanas ija koo duraa nan gata;+ Israaʼelis saba hundumaa gidduutti kan tuffatamtuu* fi kan itti qoosamu ni taati.+ 8 Manni kunis tuullaa diiggaa ni taʼa.+ Namoonni achiin darban hundis ajaaʼibsiifatanii ilaaluudhaan siiqsanii, ‘Yihowaan biyya kanaa fi mana kana irratti akkana kan godhe maaliifi?’+ jedhu.
-
-
Ermiyaas 22:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 “‘Dubbii kanaaf yoo ajajamuu baattan garuu, ofii kootiin nan kakadha, manni kun ona ni taʼa’ jedha Yihowaan.+
-