-
Iyyoob 31:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Hiyyeessota wanta isaan fedhan dhowwadheera yoon taʼe+
Yookiin ijji dubartii abbaan manaa irraa duʼee akka gaddu* godheera yoon taʼe,+
-
Fakkeenya 3:27, 28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Ammuma kennuu kan dandeessu yoo taʼe,
“Amma deemi, booda deebiʼii kottu! Boru siifan kenna!” namaan hin jedhin.
-
-
-