-
Luqaas 18:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Inni qaraxa sassaabu garuu fagoo kan dhaabbate yeroo taʼu, gara samii ilaaluuf illee hin onnanne; kanaa mannaa qoma isaa rurrukutaa, ‘Yaa Waaqayyo, ani cubbamaa dha, garaa naa laafi’+ jedhe.
-