-
Maatewos 24:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Waraanaa fi oduu waraanaa ni dhageessu. Wantoonni kun taʼuu waan qabaniif, akka hin sodaanne of eeggadhaa; dhumni sirnichaa garuu hin geenye.+
-
-
Maarqos 13:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kana malees, waraanaa fi oduu waraanaa yommuu dhageessan hin sodaatinaa; wantoonni kun taʼuu qabu, dhumni sirnichaa garuu hin geenye.+
-