Baʼuu 13:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Israaʼelota gidduudhaa dhiira angafa taʼe* hundumaa anaaf qulqulleessi.* Nama keessaas taʼe horii keessaa dhiirri jalqaba dhalatu kan koo ti.”+ Baʼuu 13:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 dhiira angafa taʼe* hundumaa, akkasumas horii qabdu keessaa kormaa jalqaba dhalate hundumaa Yihowaadhaaf adda baasi. Dhiironni kun kan Yihowaa ti.+ Baʼuu 22:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 “Oomisha kee isa hedduu taʼee fi cuunfaa* kee isa irraa hafee dhangalaʼu irraa kennaa dhiheessuuf duubatti hin jedhin.+ Ilmaan kee keessaa isa angafaa anaaf ni kennita.+ Lakkoofsa 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Sababiin isaas, angafni hundi kan koo ti.+ Ani guyyaan biyya Gibxii keessatti angafoota hundumaa rukutetti,+ namas taʼe horii angafoota Israaʼel keessa jiran hundumaa ofii kootiif qulqulleesseera.+ Isaan kan koo ni taʼu. Ani Yihowaa dha.” Lakkoofsa 8:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Sababiin isaas, Israaʼelota keessaa namnis taʼe horiin jalqaba dhalatu kan koo ti.+ Guyyaan biyya Gibxii keessatti angafa hundumaa rukutetti ofii kootiif isaan qulqulleeffadheera.+
2 “Israaʼelota gidduudhaa dhiira angafa taʼe* hundumaa anaaf qulqulleessi.* Nama keessaas taʼe horii keessaa dhiirri jalqaba dhalatu kan koo ti.”+
12 dhiira angafa taʼe* hundumaa, akkasumas horii qabdu keessaa kormaa jalqaba dhalate hundumaa Yihowaadhaaf adda baasi. Dhiironni kun kan Yihowaa ti.+
29 “Oomisha kee isa hedduu taʼee fi cuunfaa* kee isa irraa hafee dhangalaʼu irraa kennaa dhiheessuuf duubatti hin jedhin.+ Ilmaan kee keessaa isa angafaa anaaf ni kennita.+
13 Sababiin isaas, angafni hundi kan koo ti.+ Ani guyyaan biyya Gibxii keessatti angafoota hundumaa rukutetti,+ namas taʼe horii angafoota Israaʼel keessa jiran hundumaa ofii kootiif qulqulleesseera.+ Isaan kan koo ni taʼu. Ani Yihowaa dha.”
17 Sababiin isaas, Israaʼelota keessaa namnis taʼe horiin jalqaba dhalatu kan koo ti.+ Guyyaan biyya Gibxii keessatti angafa hundumaa rukutetti ofii kootiif isaan qulqulleeffadheera.+