-
Maarqos 15:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Haa taʼu malee, dura buutonni lubootaa sun, Yesuusiin utuu hin taʼin, Barbaaniin akka isaaniif hiiku akka gaafatan uummaticha kakaasan.+
-
-
Yohaannis 18:40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Isaan ammas, “Barbaaniin malee, namicha kana miti!” jedhanii iyyan. Barbaan saamtuu ture.+
-