Isaayyaas 11:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yeeyyiin xobbaallaa hoolaa wajjin ni jiraata,+Qeerransis ilmoo reʼee wajjin ni ciisa,Jabbiin, leencii* fi horiin gabbataan waliin ni jiraatu;*+Mucaan xinnoonis isaan ni tiksa. Isaayyaas 35:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Lafti onaanii fi lafti waxalamaan ni gammadu,+Gammoojjiin ni gammada, akkuma saafronittis* ni daraara.+ Isaayyaas 65:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kunoo, samiiwwan haaraa fi lafa haaraa uumaan jira;+Wantoonni duraanii hin yaadataman,Garaa keessas hin taaʼan.+ Hojii Ergamootaa 24:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Akkasumas, akkuma namoonni kun abdatan, qajeelonnis taʼan jalʼoonni+ duʼaa akka kaafaman Waaqayyoon nan abdadha.+ Mulʼata 21:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Samii haaraa fi lafa haaraa+ nan arge; samiin inni duraa fi lafti inni duraa darbaniiru;+ galaannis+ kana booda hin jiraatu.
6 Yeeyyiin xobbaallaa hoolaa wajjin ni jiraata,+Qeerransis ilmoo reʼee wajjin ni ciisa,Jabbiin, leencii* fi horiin gabbataan waliin ni jiraatu;*+Mucaan xinnoonis isaan ni tiksa.
35 Lafti onaanii fi lafti waxalamaan ni gammadu,+Gammoojjiin ni gammada, akkuma saafronittis* ni daraara.+
17 Kunoo, samiiwwan haaraa fi lafa haaraa uumaan jira;+Wantoonni duraanii hin yaadataman,Garaa keessas hin taaʼan.+
15 Akkasumas, akkuma namoonni kun abdatan, qajeelonnis taʼan jalʼoonni+ duʼaa akka kaafaman Waaqayyoon nan abdadha.+
21 Samii haaraa fi lafa haaraa+ nan arge; samiin inni duraa fi lafti inni duraa darbaniiru;+ galaannis+ kana booda hin jiraatu.