Yohaannis 15:26, 27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri dhugaa+ inni Abbaa keessaa baʼuu fi ani Abbaa biraa isiniif ergu yommuu dhufu, waaʼee koo dhugaa ni baʼa;+ 27 isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan turtaniif dhugaa ni baatu.+ Hojii Ergamootaa 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Haa taʼu malee, yommuu hafuurri qulqulluun isin irra buʼu humna ni argattu;+ Yerusaalemitti,+ guutummaa Yihudaa fi Samaariyaatti,+ akkasumas hanga andaara lafaatti+ dhugaa baatota koo ni taatu.”+
26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri dhugaa+ inni Abbaa keessaa baʼuu fi ani Abbaa biraa isiniif ergu yommuu dhufu, waaʼee koo dhugaa ni baʼa;+ 27 isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan turtaniif dhugaa ni baatu.+
8 Haa taʼu malee, yommuu hafuurri qulqulluun isin irra buʼu humna ni argattu;+ Yerusaalemitti,+ guutummaa Yihudaa fi Samaariyaatti,+ akkasumas hanga andaara lafaatti+ dhugaa baatota koo ni taatu.”+