-
Yohaannis 9:35-37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Yesuusis akka isa ariʼan dhagaʼe; yommuu isa argus, “Ati Ilma namaatti ni amantaa?” isaan jedhe. 36 Namichis deebisee, “Yaa gooftaa, akkan isatti amanuuf inni eenyu?” isaan jedhe. 37 Yesuusis, “Ati isa argiteetta; inni sitti dubbachaa jirus isuma” isaan jedhe.
-