-
Maarqos 6:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Sababiin isaas, Heroodis, Yohaannis nama qajeelaa fi qulqulluu taʼuu isaa waan beekuuf+ isa sodaata, akkasumas eegumsa isaaf godha ture. Inni wanta Yohaannis jedhu erga dhagaʼee booda, maal akka godhu kan hin beekne taʼus, gammachuudhaan isa dhaggeeffata ture.
-