42 Taʼus, bulchitoota keessaa illee hedduun isaanii isatti amananii turan;+ haa taʼu malee, Fariisonni mana sagadaa keessaa akka isaan hin ariineef+ waaʼee isaa ifatti hin dubbatan turan; 43 sababiin isaas, isaan ulfina Waaqayyo biraa argamu caalaa, ulfina namoota biraa argamu jaallataniiru.+