Fakkeenya 8:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yihowaan jalqaba daandii isaa,+Hojiiwwan isaa warra bara durii keessaas isa jalqabaa godhee na uume.+ Fakkeenya 8:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Yeroo sanatti, ani hojjetaa dandeettii qabu taʼee isa maddiin ture.+ Inni guyyaa guyyaadhaan haala adda taʼeen natti gammada ture;+Anis yeroo hunda isa duratti nan gammadan ture;+
22 Yihowaan jalqaba daandii isaa,+Hojiiwwan isaa warra bara durii keessaas isa jalqabaa godhee na uume.+
30 Yeroo sanatti, ani hojjetaa dandeettii qabu taʼee isa maddiin ture.+ Inni guyyaa guyyaadhaan haala adda taʼeen natti gammada ture;+Anis yeroo hunda isa duratti nan gammadan ture;+