-
Maatewos 23:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 “Barsiisota seeraa fi Fariisota fakkeessitoota nana, isiniif wayyoo! Sababiin isaas, kefoo, inchilaalaa fi kamuunii keessaa kurnoo ni kennitu;+ garuu wantoota Seericha keessatti caalaatti barbaachisoo taʼan, jechuunis haqa,+ gara laafinaa+ fi amanamummaa akka laayyootti ilaaltu. Wantoota kana gochuun barbaachisaa taʼus, wantoota kaan akka laayyootti ilaaluu hin qabdan turtan.+
-