-
Yohaannis 18:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Dura buʼaan lubootaa sunis, waaʼee barattoota isaa fi waaʼee barumsa isaa Yesuusiin gaafate. 20 Yesuusis akkana jedhee isaaf deebise: “Ani addunyaatti ifatti dubbadheera. Yeroo hunda mana sagadaa fi mana qulqullummaa+ bakka Yihudoonni hundi itti wal gaʼan keessatti barsiisaan ture; ani waan tokko illee iccitiidhaan hin dubbanne.
-